Oromia Bank is a notable private Bank operating in Ethiopia. National ID and the Bank agreed to integrate their digital services for a more efficient service and trust ecosystem. @IDethiopia @OromiaBank

አንድ ሰው አንድ ነው!

Baankiin Oromiyaa dhuunfaa beekamtii guddaa qabuu dha. Dhaabbanni Sagantaa dijitaalaa eenyummessaa biyyaleessa fi baankiin oromiyaa tajaajila digitaalaa walitti fiduudhaan tajaajila amayyaa fi amanamaa ta’e kennuuf waliigaltee waliin hojjachuuf dandeessisu walii mallatteessaniiru